Sister Obsee Luboo ogeettii fayyaati. Ameerikaa kutaa magaalaa Maryland keessatti Nurse ta’uun tajaajiluu irratti argamti. Waggoota 22 oliif addunyaa gargaarsaa irratti bobba’uun kutaalee Oromiyaa hedduu keessatti hojii tola ooltummaa hojjetteetti. Namoota kumaan lakkaa’amaniifis furmaata dhibee taateetti. Turtii keenya har’aatiin; ~Imala gargaarsa ishee ilaalleerra ~Milkaa’ina gaa’elasheetiif wantoota bu’uura ta’an irratti dubbanneerra ~Mudannoowwan addunyaa tola ooltummaa keessatti ishee mudatan hedduu kaasneerra Marii ajaayibaa kanarraa wantoota hedduu akka barattan nii amanna. Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026