Roobaa Uddeessaa magaalaa Bulee Horaattio dhalatee Shaakkisootti guddate. Digirii isaa jalqabaa Yuuniivarsiitii Jimmaa irraa muummee Saayinsii Ispoortiitiin fudhate. Yeroo ammaa kana magaalaa Finfinnee keessatti leenjisaa dhuunfaa ta’uun leenjisuu irratti argama. Akkasumas Shaampiyoonaa bodybuilding Itiyoophiyaati. Marii keenya har’aatiin; ~Adeemsaa fi naamusa ispoortiin barbaabadu ~Qorichoota addunyaa ispoortii keessatti miidhaa qaban ~Xiinsammuu injifannoon barbaadu ~Kaka’umsa ispoortii biyya keenya keessatti uumame dabalatee yaadota hedduu irratti bal’inaan mari’annee jirra. Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026