Ustaazaa Faaxumaa Huseen Mana Marii Dhimmootaa Isilaamummaa Federaalaatti Daayireektara Dhimma Dubartootaa ta'uun hojii boonsaa danuu nama hojjechaa jiranidha. Yuunivarsiitii Finfinneetti immoo PhD isaanii muummee philology'tiin barachuu irratti argamu. Turtii keenya kanaan; ~Wal dhabdee gaa'ela keessatti mudatu akkamitti akka furuu qabnu ~Guddisa daa'immanii irratti maal gochuu akka qabnu ~Bu'aa ca'ii jiruuf jireenya keessatti nu mudatu akkamitti akka tarkaanfannu Dabalatee yaadota galaa isiniif ta'an hedduu irratti marii bal'aa taasisnee jirra; itti dhiyaadhaa! ⚡Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! ⚡Subscribe taasisuun maatii Kaameettii ta'aa! Kaameettii🌟🌟🌟 Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026