
Gammadoo Daddafoo leenjisaa atileektiksii jabaadha. Atileetonni inni leenjisu keessaa Atileet Taammiraat, Yoomiif, Tigist fi Amaanee dabalatee baay'een isaanii dorgommii irratti hirmaatan hedduu injifannoodhaan goolabuun alaabaa biyyaa ol kaasanii belbelsaniiru. Warraaksa gama maaraatooniitiin biyyi keenya injifannootti deebi'uuf taasiste keessatti inni nama shoora guddaa taphatedha. Turtii keenya har'aatiin; ✅ waa'ee atileetiksii ✅ waa'ee gaa'elaa ✅ bu'uurri milkaa'ina isaa maal akka ta'e ✅ Pirezidaantii biyya keenyaa duraanii Aadde Sahalewerq Zawudee harkaa badhaasa fudhachuu maalif akka dide ✅ bu'aa ba'ii jireenya isaa dabalatee dhimmoota gurguddoo hedduu irratti mari'annee jirra. Itti dhiyaadhaa! Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! Subscribe taasisuun maatii Kaameettii ta'aa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026