
Urjii Elemoo bara qabsooftuu dirree seentee adda bilisummaa oromootti makamuum jaal Guutamaa Hawaas jalatti leenji'uun bilisummaa Oromootiif nama loltedha. Warreen yeroo jalqabaatiif qubee baratan keessatti argamti. Booda irras roorroon itti hammaachuun hamma Mooyyaaleetti miillaan deemuun Keeniyaa irraa kara Ameerikaa imalte. Ameerikaatti barachuun cinatti addunyaa daldalaa keessa seenuun yeroo ammaa kanatti namoota hedduuf carraa hojii uumtee nama hojjechuu irratti argamtudha. Turtii keenya kanaan; -waa'ee qabsoo Oromoo -imala ishee qabsoo keessattii, akkasumas waa'ee qabsaa'ota jaallan ishee -waa'ee jiruu biyya hambaa fi addunyaa daldalaa akkasumallee waa'ee gaa'elaa fi ijoollee irratti bal'inaan dubbanneerra. Itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026