
Tigist Sinqineh biyya Ameerikaatti addunyaa daldalaa keessatti bobbaatee argamti. Marii keenya har'aatiin; ✅Carraa argatanitti fayyadamuu ✅Itti gaafatamummaa ofii fudhachuun jireenya mijaa'aa akkamitti akka geggeessinu ✅Gatii hiriyyummaa ✅Ilaalcha hawaasni dubartii gaa'ela diigdeef qabuu fi dhiibbaa xiin-sammuu isaanirra qaqqabu ✅Sochii imala hojii miidiyaa isheen taasisuu irratti argamtu dabalatee waan hedduu kaasnee mari'annee jirra. Itti dhiyaadhaa! Jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha! Kaameettii🌟🌟🌟 Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026