
Galataa Ijaaraa, dargaggeessa qaroo qaarisee argu qabu, addunyaa artii Oromoo keessatti gameessa ashaaraa hin banne kaa'achaa jirudha. Kanaan dura diraamaa fi sitcom walitti fufaa ta'an kanneen akka:- -HIR-KOO -ARADDAA fi -SIRN-AKKOO dabalatee hojiiiwwan dhama qaban hedduu hawaasa Oromootiin ga'eera. Nutis turtii isa waliin taasisne kana irratti bu'aa ba'ii jireenyaa fi addunyaa artii keessatti dabarse, daa'imummaatii hamma dargaggummaatti, gaddaan boquu cabsuu irraa hamma baaxii milkaa'inaatti waan jiru haasofneerra; itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast 🎬 Production Team • Executive Producer: Merry Didha • Director: Lalisaa Alamuu • Advisor & Production Manager: Alamuddin Musxafaa • Camera Operators: Eliyaas Warkine, Biniyam leul , Abeel Abera • Sound Engineer: Amanuel merga ,Mulugeeta Nuriliny • Editors: Eyob Admasu & Seyfu fikru • Art direction: Minisanewal Mekonnen • Production Studio: Kaameettii Studio • Facilitator: Rooman Addunyaa & leli nuguse • Costumer: Saron Mogos • Producer: Meri Didha Promotion 🙏 Special Thanks To: OBN TV Kaameettii Podcast © 2025 Stay tuned for powerful conversations that educate, uplift, and inspire! #KaameettiiPodcast #OBNTV #Empowerment

Heerumee Ji'a 2 waan abbaan warraakoo fakkaatu hin beeku - IMALA KAAMEETTII - qe'ee shambal Lellisoo

"Sababan abbaa warraa koo hiikeef, waamicha na waamu didani" Tigist Sinqineh

"ያበላል?" ያስበላል! - ቢዝነስ ታማኝ ባለውለታ ነው - Biny Baba - S13 Ep154

"Maraannee Biyyaa baanee maraannee deebi'uu dadhabne" Mihirat W/Mariyam | Kaameettii Podcast | 2025

Abjuunkoo Daldalaa ta'uu ture, ta'eeras! Meelaalaafi Siinaan Yaadannoo Diraamaa Kiyyoo

"Sabboonummaan Ayyaana Ilaallattummaa miti" Dizaayiner Feenet Indaalee (Faya Fenet) #2026