
Gaazexeessaa Naziif Jamaal Pirezidaantii waldaa Gaazexeessitoota Oromiyaati, sadarkaa itti aanaa biirootti daayirektera kominikeeshinii yaadannoo injifannoo Adwaa fi itti aanaa Pirezidaantii yaa'ii walii galaa mana maree miidiyaalee Itiyoophiyaati. Ogummaa Gaazexeessummaa baratee ba'een seenaa Oromoo himuudhaan olitti miidiyaa akka dammaksituutti hunda dursee nama itti fayyadamedha. Qophio keenya kanaan; -waa'ee gaazexeessummaa -waa'ee bu'aa fi miidhaa miidiyaa -waa'ee seenaa gootota Oromoo fi Adwaa -yaadannoo injifannoo Adwaa dabalatee muuxannoowwan inni dhamdhamee argate hedduu kan jireenyaaf ta'an irraa dubbannee jirra. Itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026