
Dr Meeron Zallaqee (PhD) digirii ishee jalqabaa Seenaa dhaan Yuuniivarsiitii Addis Ababa irraa kan fudhatte yoo ta'u, digirii ishee lammaffaas achuma Yuuniivarsiitii Addis Ababa irraa damee Antirooppooloojii tiin gonfattee turtii waggaa tokkoo booda digirii ishee sadaffaa (PhD) biyya Germany tti hordofte. ~Yeroo ammaa kanatti Yuuniivarsiitii Addis Ababa tti Associated Professor ta'uudhaan hojjechuu irratti argamti. ~Biyya keessaa fi biyya alaatti qorannoowwan garaa garaa taasisteen immoo biyya irra darbitee bu'aa argamsiisteen dhageettii ishee daangaa ceesisteetti. ~Qorannoowwan akka addunyaatti dhiibbaa fi firii gurguddaa buusuun furmaata ta'an lama maxxansiteetti. ~Turtii keenya har'aatiin waa'ee godaansaa fi miidhaa godaansaa, waa'ee godaansa seeraan alaa, waa'ee gaa'elaa akkanumallee mudannoo jireenya keessatti ishee quunname akkaataa itti keessa hulluuqxee darbite kaasnee qorii dhalootaaf ta'u dubbanneerra, itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast 🎬 Production Team • Executive Producer: Merry Didha • Director: Lalisaa Alamuu • Advisor & Production Manager: Alamuddin Musxafaa • Camera Operators: Eliyaas Warkine, Biniyam leul , Abeel Abera • Sound Engineer: Amanuel merga ,Mulugeeta Nuriliny • Editors: Eyob Admasu & Seyfu fikru • Art direction: Minisanewal Mekonnen • Production Studio: Kaameettii Studio • Facilitator: Rooman Addunyaa & leli nuguse • Costumer: Saron Mogos • Producer: Meri Didha Promotion 🙏 Special Thanks To: OBN TV Kaameettii Podcast © 2025 Stay tuned for powerful conversations that educate, uplift, and inspire! #KaameettiiPodcast #OBNTV #Empowerment

"Biyyi dubartiin bulchitu nagaa qaba" Itti Antuu Pirofeesaraa Alimaa Jibriil (PHD) #2026 #kaameettii

"Maraannee Biyyaa baanee maraannee deebi'uu dadhabne" Mihirat W/Mariyam | Kaameettii Podcast | 2025

Advertorial: Beyond Heroic Leadership

ደስተኛ ለመሆን ነው የተፈጠርኩት - Tibebeselassie Awetahegn - S13 Ep155

Follow your Bliss - Meskerem Assegued - S13 Ep163