
Caaltuu Muudaa G/A/Lixaa magaalaa Shaashamanneetti dhalattee guddatte. yeroo ammaa kanatti nyaataa aadaa Oromoo sagantaawwan gurguddaa irratti dhiyeessuun jaallatamummaa guddaa Kaameettii argattedha. Turtii keenya kanaan; -waa'ee Nyaata aadaa -dhimmoota daldalaa -waa'ee gaa'elaa addatti immoo 'single mom' ta'uun wal qabatee yaadota bilchina miiraa fi barumsa jireenyaa irraa argame hedduu irratti dubbannee jirra. jaallattanii waan nu hordoftaniif galanni keenya guddaadha. Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026

"Hiyyeessa taanaan hin mul'attu" Aannee Ajjamaa

"Dubartii of tuultuun manashee hin ijaarrattu" Meetii Fiqaaduu

በ1500 ብር የተጀመረ የሚሊየርነት ጉዞ! በላይ ሞርዴ | Belay Morde | Belay Media #ethiopianpodcast #amharicpodcast

"ያበላል?" ያስበላል! - ቢዝነስ ታማኝ ባለውለታ ነው - Biny Baba - S13 Ep154

Gootittii goota Adunyaaf gumaachite...! Imala Kaameettii - Kaameettii Podcast, 2025

“Dhaloonni akka koo carra qabeessi hin jiru” Artiist Caalaa Bultumee | 2025