
Aannee Ajjamaa magaalaa Finfinneetti dhalattee guddatte. Umurii dargaggummaa isheetti galaana miidiyaa daakuu eegalte. Qopheessituu qophii ijoollee raadiyoo Itiyoophiyaa ta'uudhaan waggootaaf hojjetteetti. Umurii dardarummaa keessa osoo jirtuu gara biyya Ameerikaatti imaluudhaanis muummee accounting baratte. Kanaan dura hawaasa keenya naannoo sumaalee irraa buqqa'anii turaniif hiriyyoota ishee waliin ta'uudhaan mana shantama ijarsistee turte. Ammatti dhaabbata gargaarsa "NUMAAN" jedhamu hundeessuudhaan daa'imman aduun rakkinaa waadu fi shamarran gargaarsa barbaadan, akkasumas abbootii fi harmoolii jireenyi isaan gante gargaaruu irratti bobbaatee jirti. Kutaalee baadiyyaa Oromiyaa hedduu keessa naannoftee bishaan baasuu, ibsaa soolaarii raabsuu fi shamarran humna hin qabne kuma shanii ol ta'aniif immoo moodesii miiccamu kennuufiin akkasumas namoota hundaaf hubannoo uumuu irratti bal'inaan hojjechaa jirti. Turtii keenya kanaan waan hedduu kaasnee irratti mari'annee jirra itti dhiyaadhaa! Kaameettii Podcast on OBN TV 📺 Tune in to Kaameettii Podcast on OBN TV! Bringing you insightful discussions on culture, history, society, arts, psychology, economics, and technology—empowering voices and inspiring change. 🔔 Subscribe to our YouTube Channel: https://youtube.com/@Kaameettii_Podcast?si=B09h6x2D-rexKJY4 📱 Follow us on social media: 👉 Facebook: https://www.facebook.com/share/1Dpgmd4rGe/?mibextid=wwXIfr 👉 TikTok: https://www.tiktok.com/@kaameettiipodcast?_t=ZM-8uWMJnyZnrZ&_r=1 👉 Instagram: https://www.instagram.com/kaameettiipodcast?igsh=MW0yMDhnZmk3MnlyZQ%3D%3D&utm_source=qr 👉Telegram: https://t.me/kametipodcast POWERED BY Meri Dida Promotion Finfinnee Oromiyaa @2026

"Dubartii of tuultuun manashee hin ijaarrattu" Meetii Fiqaaduu

“Dhaloonni akka koo carra qabeessi hin jiru” Artiist Caalaa Bultumee | 2025

How to Develop a Winning Culture - Robel Tsegaye - S14 Ep173

"ያበላል?" ያስበላል! - ቢዝነስ ታማኝ ባለውለታ ነው - Biny Baba - S13 Ep154

I Don't Quit - Berhanu Zergaw - S14 Ep174